Faarfannaa 62:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yaa Yihowaa, jaalalli amanamaanis kan kee ti,+Sababiin isaas, ati tokkoon tokkoon namaatiif akka hojii isaatti ni deebista.+ Luqaas 18:6, 7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Achiis Gooftaan akkana jedhe: “Abbaan murtii kun jalʼaa yoo taʼe iyyuu maal akka jedhe hubadhaa! 7 Maarree, Waaqayyo warra filatee fi halkanii fi guyyaa isatti iyyataniif haqa hin argamsiisuu?+ Kana malees inni obsa isaanitti ni argisiisa.+
12 Yaa Yihowaa, jaalalli amanamaanis kan kee ti,+Sababiin isaas, ati tokkoon tokkoon namaatiif akka hojii isaatti ni deebista.+
6 Achiis Gooftaan akkana jedhe: “Abbaan murtii kun jalʼaa yoo taʼe iyyuu maal akka jedhe hubadhaa! 7 Maarree, Waaqayyo warra filatee fi halkanii fi guyyaa isatti iyyataniif haqa hin argamsiisuu?+ Kana malees inni obsa isaanitti ni argisiisa.+