-
Leewwota 20:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “‘Namni abbaa isaa yookiin haadha isaa abaaru kam iyyuu mamii tokko malee haa ajjeefamu.+ Inni abbaa isaa yookiin haadha isaa waan abaareef, dhiigni isaa mataa isaa irra ni taʼa.
-
-
Keessa Deebii 21:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Achiis namoonni magaalaa isaa hundi dhagaadhaan tumanii isa haa ajjeesan. Akka kanaan wanta hamaa taʼe of gidduudhaa balleessi; guutummaan Israaʼelis kana dhagaʼee ni sodaata.+
-
-
Fakkeenya 20:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Namni abbaa isaa fi haadha isaa abaaru kam iyyuu,
Yommuu dukkanaaʼutti ibsaan isaa ni dhaama.+
-