LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 13:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Of tuulummaan gara lolaatti qofa nama geessa,+

      Ogummaan garuu kan warra gorsa barbaadanii ti.*+

  • Yaaqoob 5:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yaa obbolootaa, raajota maqaa Yihowaatiin* dubbatan+ ilaalaa, fakkeenya isaan rakkina dandaʼuu+ fi obsa argisiisuudhaan+ isiniif kaaʼan hordofaa.

  • 1 Pheexiros 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Haaluma wal fakkaatuun, isin dargaggoonni jaarsoliidhaaf bitamaa.+ Walitti dhufeenya walii wajjin qabdaniin hundi keessan gad of qabuu uffadhaa;* sababiin isaas, Waaqayyo warra of tuulan ni morma, warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi