5 Miseensota garee amantii Fariisotaa keessaa warri amantoota taʼan tokko tokko garuu teessuma isaanii irraa kaʼanii, “Dhaqna isaan qabuu fi Seera Musee akka eegan isaan ajajuun barbaachisaa dha” jedhan.+
6 Kanaafuu, ergamoonnii fi jaarsoliin dhimma kana qoruuf walitti qabaman.