-
Isaayyaas 65:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Isaan, ‘Ani si caalaa qulqulluu waanan taʼeef,*
Achuma turi; natti hin dhihaatin’ jedhu.
Namoonni kun akkuma aara funyaan koo keessa jiruu, akkuma ibidda guyyaa guutuu bobaʼuu ti.
-