Faarfannaa 55:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Ati garuu yaa Waaqayyo, boolla gad fagoo keessa isaan buusta.+ Warri dhiigaan itti gaafatamanii fi namoonni gowwoomsaa raawwatan walakkaa bara isaanii hin jiraatan.+ Ani garuu sittan amanama. Fakkeenya 10:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaa sodaachuun umurii dheeressa,+Umuriin hamootaa garuu ni gabaabbata.+
23 Ati garuu yaa Waaqayyo, boolla gad fagoo keessa isaan buusta.+ Warri dhiigaan itti gaafatamanii fi namoonni gowwoomsaa raawwatan walakkaa bara isaanii hin jiraatan.+ Ani garuu sittan amanama.