-
Isaayyaas 55:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “Akkuma samiin lafa irraa ol fagaatu,
Daandiin koo daandii keessan irraa,
Yaanni koos yaada keessan irraa fagoo dha.+
-
-
Roomaa 11:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Badhaadhinni, ogummaanii fi beekumsi Waaqayyoo akkam gad fagoo dha! Murtiin isaa matumaa qoramuu hin dandaʼu, karaan isaas bira gaʼamuu hin dandaʼu!
-