Keessa Deebii 33:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni saba isaa ni jaallate;+Qulqulloonni isaanii hundis harka kee keessa jiru.+ Isaan miila kee jala taaʼaniiru;+Dubbii kees dhagaʼuu jalqabaniiru.+ 1 Saamuʼel 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni tarkaanfii warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega,+Hamoonni garuu dukkana keessatti cal jechisiifamu,+Namni moʼicha kan argatu humna isaatiin miti.+ Faarfannaa 37:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Daandii kee Yihowaatti kennadhu;*+Isatti amanami, innis siif jecha tarkaanfii ni fudhata.+
3 Inni saba isaa ni jaallate;+Qulqulloonni isaanii hundis harka kee keessa jiru.+ Isaan miila kee jala taaʼaniiru;+Dubbii kees dhagaʼuu jalqabaniiru.+
9 Inni tarkaanfii warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega,+Hamoonni garuu dukkana keessatti cal jechisiifamu,+Namni moʼicha kan argatu humna isaatiin miti.+