-
Iyyoob 3:17-19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Achitti warri hamoon illee wanta isaan jeequ hin qaban;
Warri dadhabanis achitti boqonnaa irra jiru.+
18 Achitti hidhamtoonni nagaadhaan waliin jiraatu;
Sagalee nama dirqamaan isaan hojjechiisu sanaa hin dhagaʼan.
19 Achitti inni xinnaanii fi inni guddaan tokko dha,+
Garbichis gooftaa isaa jalaa bilisa baʼeera.
-
-
Lallaba 2:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Achiis garaa kootti, “Wanti gowwaa irra gaʼu ana irras ni gaʼa” nan jedhe.+ Maarree, akka malee ogeessa taʼuudhaan buʼaa maaliin argadhe? Kanaafuu, garaa kootti, “Kunis wanta gatii hin qabne dha” jedheen yaade.
-