-
Iyyoob 30:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Sababiin isaas, akka ati gara duʼaatti,
Gara mana namni jiraataa taʼe hundi itti wal gaʼutti akka gad na buustu beeka.
-
-
Lallaba 9:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Qajeelonnii fi hamoonni,+ namoonni gaariin, namoonni qulqulluu taʼanii fi namoonni qulqulluu hin taane, akkasumas warri aarsaa dhiheessanii fi warri aarsaa hin dhiheessine hundi wanti dhuma irratti isaan irra gaʼu* tokko dha.+ Namni gaariinii fi namni cubbamaan tokko dha; namni kakaa kakatuu fi namni kakaa kakachuu irratti of eeggatus tokko dha.
-