Faarfannaa 39:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Dhuguma iyyuu, guyyoonni koo muraasa qofa* akka taʼan ni goote;+Umuriin koos si duratti homaa jechuu miti.+ Tasgabbii kan qabu fakkaatus namni kam iyyuu hafuuruma malee homaa miti.+ (Seelaa) Roomaa 8:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Uumamni wanta gatii hin qabneef bitameera;+ taʼus kan bitame fedhii isaatiin utuu hin taʼin, karaa isa abdiidhaan akka bitamu godhe sanaatiini;
5 Dhuguma iyyuu, guyyoonni koo muraasa qofa* akka taʼan ni goote;+Umuriin koos si duratti homaa jechuu miti.+ Tasgabbii kan qabu fakkaatus namni kam iyyuu hafuuruma malee homaa miti.+ (Seelaa)
20 Uumamni wanta gatii hin qabneef bitameera;+ taʼus kan bitame fedhii isaatiin utuu hin taʼin, karaa isa abdiidhaan akka bitamu godhe sanaatiini;