Lallaba 7:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Sababiin isaas, akkuma maallaqni eegumsa argamsiisu,+ ogummaanis eegumsa argamsiisa;+ caalmaan beekumsaa fi ogummaa garuu nama isaan argate lubbuudhaan jiraachisuu isaanii ti.+
12 Sababiin isaas, akkuma maallaqni eegumsa argamsiisu,+ ogummaanis eegumsa argamsiisa;+ caalmaan beekumsaa fi ogummaa garuu nama isaan argate lubbuudhaan jiraachisuu isaanii ti.+