- 
	                        
            
            1 Mootota 9:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
28 Isaanis gara Ofiir+ dhaqanii warqii taalaantii 420 achii fuudhanii Solomoon Mootichaaf fidan.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Mootota 10:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
14 Warqiin waggaa waggaadhaan Solomooniif dhufu ulfaatinni isaa taalaantii 666 taʼa ture;+ 15 kana malees, daldaltoota imaltoota taʼan irraa fi buʼaa daldaltoota irraa argamu irraa, akkasumas mootota Arabootaa fi bulchitoota biyyattii hunda irraa isaaf ni dhufa ture.
 
 -