Faarfannaa 139:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yaa Yihowaa, ani warra si jibban hin jibbuu?+ Warra si irratti kaʼan hoo hin balfuu?+ Roomaa 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Jaalalli keessan fakkeessaa kan hin qabne haa taʼu.+ Wanta hamaa jibbaa;+ wanta gaariitti maxxanaa.
9 Jaalalli keessan fakkeessaa kan hin qabne haa taʼu.+ Wanta hamaa jibbaa;+ wanta gaariitti maxxanaa.