Fakkeenya 27:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Awwaallii fi iddoon badiisaa* matumaa hin quufan,+Ijji namaas yoom iyyuu hin quufu. Lallaba 5:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Namni meetii jaallatu matumaa meetii hin quufu, namni qabeenya jaallatus galii argatu hin quufu.+ Kunis wanta gatii hin qabne dha.+
10 Namni meetii jaallatu matumaa meetii hin quufu, namni qabeenya jaallatus galii argatu hin quufu.+ Kunis wanta gatii hin qabne dha.+