Weedduu Weedduu Caalu 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yaa ijoollee durbaa Yerusaalem, ani gurraattii taʼus bareedduu dha;Ani akkuma dunkaanota Qeedaar,+ akkuma huccuuwwan dunkaanaa+ Solomooni. Weedduu Weedduu Caalu 6:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 ‘Ishiin akka barraaqaatti ibsitu,*Ishiin akka addeessa guutuutti bareeddu,Ishiin akka ifa aduutti qulqulluu taate,Ishiin akka raayyaawwan faajjii isaaniitti marsanii jiraniitti baayʼee nama hawwattu tun eenyu?’”+
5 Yaa ijoollee durbaa Yerusaalem, ani gurraattii taʼus bareedduu dha;Ani akkuma dunkaanota Qeedaar,+ akkuma huccuuwwan dunkaanaa+ Solomooni.
10 ‘Ishiin akka barraaqaatti ibsitu,*Ishiin akka addeessa guutuutti bareeddu,Ishiin akka ifa aduutti qulqulluu taate,Ishiin akka raayyaawwan faajjii isaaniitti marsanii jiraniitti baayʼee nama hawwattu tun eenyu?’”+