Faarfannaa 120:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Nama biyya ormaa taʼee Meesheek+ keessa waanan jiraadheef, anaaf wayyoo! Dunkaanota Qeedaar+ gidduu jiraadheera. Hisqiʼel 27:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ati Arabootaa fi geggeessitoota Qeedaar+ warra hoolota xobbaallaa, korbeeyyii hoolaa fi reʼoota+ gurguran sana hundumaa mindeeffatteetta.
5 Nama biyya ormaa taʼee Meesheek+ keessa waanan jiraadheef, anaaf wayyoo! Dunkaanota Qeedaar+ gidduu jiraadheera.
21 Ati Arabootaa fi geggeessitoota Qeedaar+ warra hoolota xobbaallaa, korbeeyyii hoolaa fi reʼoota+ gurguran sana hundumaa mindeeffatteetta.