2 Saamuʼel 12:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Achiis Daawit haadha manaa isaa Baat Sheebaa+ ni jajjabeesse. Innis gara ishiitti seenee ishii wajjin ciise. Ishiinis yeroo booda ilma ni deesse; innis Solomoon*+ jedhee maqaa isaaf moggaase. Yihowaanis mucicha ni jaallate;+ Fakkeenya 4:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ani abbaa kootiif ilma dhugaan ture,+Haati tiyyas anaaf jaalala guddaa qabdi turte.+
24 Achiis Daawit haadha manaa isaa Baat Sheebaa+ ni jajjabeesse. Innis gara ishiitti seenee ishii wajjin ciise. Ishiinis yeroo booda ilma ni deesse; innis Solomoon*+ jedhee maqaa isaaf moggaase. Yihowaanis mucicha ni jaallate;+