LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 44:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namni sibiila tumu, sibiilicha barbadaa irra kaaʼee meeshaa* isaatiin ni tolcha.

      Irree isaa isa jabaadhaan tumee

      Burruusaan boca itti baasa.+

      Achiis ni beelaʼa, humni isaas ni dhuma;

      Bishaan waan hin dhugneefis ni dadhaba.

  • Isaayyaas 46:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Warri boorsaa isaanii keessaa warqii harcaasan jiru;

      Isaan madaallii irratti meetii ni madaalu.

      Nama sibiila tumu ni mindeessu, innis waaqa godhee isa tolcha.+

      Achiis isaaf ni sagadu, eeyyee, isa ni waaqeffatu.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi