Uumama 30:22, 23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dhuma irratti Waaqayyo Raaheliin ni yaadate; kadhannaa ishii dhagaʼee akka ulfooftu gochuudhaanis deebii ishiidhaaf ni kenne.*+ 23 Ishiinis ulfooftee ilma deesse. Achiis, “Waaqayyo arrabsoo koo ana irraa fageesseera!”+ jette. Luqaas 1:24, 25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Guyyoota muraasa booda haati manaa isaa Elsaabex ni ulfoofte; jiʼa shaniifis manaa hin baane; akkana jette: 25 “Amma Yihowaan* kana naaf godheera. Inni arrabsoo namoota gidduutti ana irra gaʼu na irraa kaasuuf, xiyyeeffannaa anaaf kenneera.”+
22 Dhuma irratti Waaqayyo Raaheliin ni yaadate; kadhannaa ishii dhagaʼee akka ulfooftu gochuudhaanis deebii ishiidhaaf ni kenne.*+ 23 Ishiinis ulfooftee ilma deesse. Achiis, “Waaqayyo arrabsoo koo ana irraa fageesseera!”+ jette.
24 Guyyoota muraasa booda haati manaa isaa Elsaabex ni ulfoofte; jiʼa shaniifis manaa hin baane; akkana jette: 25 “Amma Yihowaan* kana naaf godheera. Inni arrabsoo namoota gidduutti ana irra gaʼu na irraa kaasuuf, xiyyeeffannaa anaaf kenneera.”+