Isaayyaas 30:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+ Yooʼel 3:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Guyyaa sanatti gaaronni daadhii wayinii miʼaawaa ni coccophsu,+Tabbawwan aannan ni yaasu,Lageen Yihudaa hundis bishaaniin ni guutamu. Mana Yihowaa keessaa burqaan tokko ni yaaʼa,+Innis Sulula* Mukeetii Laaftoo ni obaasa. Zakkaariyaas 9:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sababiin isaas, gaarummaan isaa baayʼee guddaa dha!+ Miidhaginni isaas baayʼee dinqisiisaa dha! Midhaan dargaggoonni,Daadhiin wayiniis shamarran akka ciman ni godha.”+
23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+
18 Guyyaa sanatti gaaronni daadhii wayinii miʼaawaa ni coccophsu,+Tabbawwan aannan ni yaasu,Lageen Yihudaa hundis bishaaniin ni guutamu. Mana Yihowaa keessaa burqaan tokko ni yaaʼa,+Innis Sulula* Mukeetii Laaftoo ni obaasa.
17 Sababiin isaas, gaarummaan isaa baayʼee guddaa dha!+ Miidhaginni isaas baayʼee dinqisiisaa dha! Midhaan dargaggoonni,Daadhiin wayiniis shamarran akka ciman ni godha.”+