LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 22:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Guutummaan andaara lafaa Yihowaa ni yaadata, gara isaattis ni deebiʼa.

      Maatiiwwan sabootaa hundi si duratti ni sagadu.+

  • Isaayyaas 24:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Isaan naannoo ifaa* keessatti Yihowaadhaaf ulfina kan kennan kanaafi;+

      Odolawwan galaanichaa keessatti maqaa Yihowaa Waaqa Israaʼeliif ulfina ni kennu.+

  • Isaayyaas 66:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Ani isaan gidduutti mallattoo tokko nan dhaaba; warra lubbuudhaan oolan keessaa muraasa gara sabootaatti, jechuunis gara Tarshiish,+ Puulii fi Luud+ warra iddaadhaan darbachuu irratti dandeettii qabanitti, akkasumas gara Tuubaal, gara Yaawaanii+ fi gara odolawwan fagoo jiran warra waaʼee koo hin dhageenye yookiin ulfina koo hin arginetti nan erga; isaanis saboota gidduutti ulfina koo ni labsu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi