-
Keessa Deebii 28:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “Haa taʼu malee, ajajawwanii fi dambiiwwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana hundumaa eeguu dhiisuudhaan sagalee Waaqa kee Yihowaa dhagaʼuu yoo didde, abaarsawwan kun baayʼinaan si irra ni gaʼu:+
-
-
Keessa Deebii 28:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Firiiwwan lafa keetii fi oomisha argattu hundumaa namoonni ati hin beekne ni nyaatu;+ yeroo hundumaa ni gowwoomfamta, ni dhidhiitamtas.
-