Ermiyaas 3:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Bara sanatti manni Yihudaa, mana Israaʼelii wajjin waliin ni deemu;+ isaan waliin taʼuudhaan biyya kaabaa irraa gara biyya ani dhaala godhee abbootii keessaniif kenne sanaatti ni dhufu.+
18 “Bara sanatti manni Yihudaa, mana Israaʼelii wajjin waliin ni deemu;+ isaan waliin taʼuudhaan biyya kaabaa irraa gara biyya ani dhaala godhee abbootii keessaniif kenne sanaatti ni dhufu.+