-
Isaayyaas 41:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Dhimma keessan dhiheeffadhaa” jedha Yihowaan.
“Falmii keessan dhiheeffadhaa” jedha Mootiin Yaaqoob.
22 “Ragaa dhiheessaa, wantoota raawwatamuuf jedhanis nutti himaa.
Isaan irratti akka xiinxalluu* fi buʼaa isaanii akka beeknuuf,
Waaʼee wantoota duraan* raawwatamanii nutti himaa.
Yookiin wantoota gara fuulduraatti dhufan nu beeksisaa.+
-