-
Isaayyaas 43:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Saboonni hundi bakka tokkotti haa sassaabaman,
Namoonnis walitti haa qabaman.+
Isaan gidduudhaa kana dubbachuu kan dandaʼu eenyu?
Yookiin isaan wantoota jalqabaa* nu dhageessisuu ni dandaʼuu?+
Sirrii taʼuu isaanii mirkaneessuuf dhugaa baatota isaanii haa dhiheeffatan
Yookiin dhagaʼanii, ‘Kun dhugaa dha!’ haa jedhan.”+
-