Isaayyaas 25:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sababiin isaas, ati isa rakkataadhaaf dahoo taateetta;Isa hiyyeessaafis yeroo dhiphina isaatti dahoo,+Yeroo yandootti iddoo kooluu itti galan,Yeroo hoʼaattis gaaddisa taateetta.+ Dheekkamsi cunqursitootaa akkuma yandoo dallaatti rukutamuu yeroo taʼetti ati dahoo taateetta.
4 Sababiin isaas, ati isa rakkataadhaaf dahoo taateetta;Isa hiyyeessaafis yeroo dhiphina isaatti dahoo,+Yeroo yandootti iddoo kooluu itti galan,Yeroo hoʼaattis gaaddisa taateetta.+ Dheekkamsi cunqursitootaa akkuma yandoo dallaatti rukutamuu yeroo taʼetti ati dahoo taateetta.