-
Isaayyaas 28:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Namoonni kunis daadhii wayiniitiin kan kaʼe karaa irraa ni goru,
Dhugaatiin alkoolii isaaniis isaan gatantarsa.
Lubnii fi raajiin dhugaatii alkooliitiin kan kaʼe karaa irraa ni goru;
Daadhiin wayinii isaan burjaajessa,
Dhugaatii alkoolii isaaniitiin kan kaʼes ni gatantaru;
Mulʼanni isaanii karaa irraa isaan jalʼisa,
Murtii irrattis ni gufatu.+
-