LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 23:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Kunoo, ani duʼuufan jedha;* waadaawwan gaggaarii Waaqni keessan Yihowaan isiniif gale hundumaa keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin akka hin hafne isin garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan akka gaariitti beektu. Hundi isaanii iyyuu isiniif raawwatamaniiru. Isaan keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne.+

  • Isaayyaas 55:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Bokkaanii fi cabbiin samii irraa gad buʼee,

      Lafa jiisuudhaan oomisha akka argamsiistuu fi akka biqilchitu,

      Isa facaasuuf sanyii, isa nyaatuufis nyaata akka kennitu utuu hin godhin akkuma ol hin deebine,

      11 Dubbiin afaan koo keessaa baʼus akkanuma ni taʼa.+

      Dhugumaan wantan itti gammadu* ni raawwata,+

      Wantan itti isa erges fiixaan ni baasa malee

      Akkanumaan gara kootti hin deebiʼu.+

  • Zakkaariyaas 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Haa taʼu malee, dubbiin koo fi labsiin koo inni ani tajaajiltoota koo warra raajota taʼan ajaje abbootii keessan irratti hin raawwatamnee?’+ Kanaafuu isaan gara kootti deebiʼanii, ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkuma murteessee turetti+ akka daandii keenyaattii fi akka hojii keenyaatti nuuf deebiseera’ jedhan.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi