Hisqiʼel 34:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Isaanis taʼan bakki naannoo tabba kootti argamu eebba akka argatan* nan godha;+ bokkaanis yeroo isaatti akka roobu nan godha. Eebbis akka bokkaatti ni rooba.+
26 Isaanis taʼan bakki naannoo tabba kootti argamu eebba akka argatan* nan godha;+ bokkaanis yeroo isaatti akka roobu nan godha. Eebbis akka bokkaatti ni rooba.+