LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 50:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 “Saboota gidduutti kana labsaa, beeksisaas.

      Mallattoo* dhaabaa, kana beeksisaa.

      Wanta tokko iyyuu hin dhoksinaa!

      Akkana jedhaa: ‘Baabilon qabamteetti.+

      Beel qaaneffameera.+

      Merodaak sodaateera.

      Fakkiiwwan ishii qaaneffamaniiru.

      Waaqoliin tolfamoon ishii warri balfamoo* taʼan sodaataniiru.’

  • Ermiyaas 51:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Ani xiyyeeffannaa koo gara Beel+ isa Baabilon keessatti argamutti nan deebisa,

      Wanta inni liqimses afaan isaa keessaa nan baasa.+

      Kana booda saboonni gara isaatti hin yaaʼan,

      Dallaan Baabilonis ni jiga.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi