Ermiyaas 51:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Baabilon akkuma tasaa kufteetti, cabdeettis.+ Ishiidhaaf booʼaa!+ Tarii fayyuu waan dandeessuuf, dhukkuba ishiitiif zayitii baalsaamii fidaa.” Mulʼata 14:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Maleekaa lammaffaan itti aansuudhaan, “Ishiin kufteetti! Baabilon Guddittiin+ ishiin saboonni hundi daadhii wayinii kajeellaa* halalummaa*+ ishii akka dhugan goote sun kufteetti!”+ jedhe.
8 Baabilon akkuma tasaa kufteetti, cabdeettis.+ Ishiidhaaf booʼaa!+ Tarii fayyuu waan dandeessuuf, dhukkuba ishiitiif zayitii baalsaamii fidaa.”
8 Maleekaa lammaffaan itti aansuudhaan, “Ishiin kufteetti! Baabilon Guddittiin+ ishiin saboonni hundi daadhii wayinii kajeellaa* halalummaa*+ ishii akka dhugan goote sun kufteetti!”+ jedhe.