-
Isaayyaas 54:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
54 “Yaa dubartii dhabduu* taatee fi ijoollee deessee hin beekne nana, ililchi!+
Ilmaan dubartii abbaa manaa* qabdu sanaa caalaa,
Ilmaan* ishii dhiifamte sanaa baayʼee waan taʼaniif,+
Yaa ishii matumaa ciniinsifattee hin beekne nana,+ gammadi, ililchis”+ jedha Yihowaan.
2 “Iddoo dunkaana keetii caalaatti balʼisi.+
Huccuuwwan dunkaanaa godoo qulqulluu kee isa guddaa diriirsi.
Hin qusatin, funyoowwan dunkaanaa kee dheeressi,
Qofoowwan dunkaanaa kees cimsi.+
-