LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 40:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Ati hin beektuu? Hin dhageenyee?

      Yihowaan inni Uumaa andaara lafaa taʼe, bara baraaf Waaqa dha.+

      Inni matumaa hin dadhabu yookiin hin bututu.+

      Hubannaan isaa qoramuu* hin dandaʼu.+

  • Isaayyaas 59:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 59 Kunoo, harki Yihowaa gabaabbatee fayyisuu hin dadhabne,+

      Gurri isaas duudee* dhagaʼuu hin dadhabne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi