Isaayyaas 45:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Haa taʼu malee, Yihowaan Israaʼeliif fayyina bara baraa ni argamsiisa.+ Isin bara baraaf hin qaanoftan, hin salphattanis.+ Luqaas 1:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 gara laafinni isaa dhalootaa hamma dhalootaatti warra isa sodaatan irra ni jiraata.+
17 Haa taʼu malee, Yihowaan Israaʼeliif fayyina bara baraa ni argamsiisa.+ Isin bara baraaf hin qaanoftan, hin salphattanis.+