LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 118:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yihowaan na cinaa jira; ani hin sodaadhu.+

      Namni maal na gochuu dandaʼa?+

  • Daaniʼel 3:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoon akkana jedhanii mootichaaf deebisan: “Yaa Nebukadnezaar, dhimma kana irratti deebii siif kennuun nu hin barbaachisu. 17 Yaa mootii, ibiddichatti yoo darbatamne illee Waaqni keenya inni nuti tajaajillu ibidda bobaʼaa jiru sana irraas taʼe harka kee jalaa nu oolchuu ni dandaʼa.+

  • Maatewos 10:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Warra foon ajjeesuu malee lubbuu* ajjeesuu hin dandeenye hin sodaatinaa;+ kanaa mannaa, isa lubbuus taʼe foon Gahaannam* keessatti balleessuu dandaʼu sana sodaadhaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi