11 Ijji koo imimmaan dhangalaasuu irraa kan kaʼe dadhabeera.+
Marʼimaan koo ni raafama.
Kufaatii intala saba kootiitiin kan kaʼe,+
Ijoolleenii fi daaʼimman addabaabayii magaalittii keessatti of wallaalanii kufuu isaaniitiin kan kaʼes+ garaan koo cabeera.