-
Ermiyaas 11:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 kanaafuu, Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Kunoo, ani isaan adabuufan jedha. Dargaggoonni goraadeedhaan, ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa isaaniis beelaan ni dhumu.+
-
-
Faaruu Ermiyaas 2:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Kaʼi! Halkan yeroo eegumsi jalqabutti iyyi.
Garaa kee akka bishaaniitti Yihowaa duratti dhangalaasi.
-