LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 51:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Ilmaan kee gaggabaniiru.+

      Akkuma hoolaa bosonaa saaphanaan qabameetti,

      Qarqara* daandii hundumaa ni ciciisu.

      Dheekkamsa Yihowaa, adaba Waaqa keetiis quufaniiru.”

  • Faaruu Ermiyaas 4:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Warra beelaan duʼan, warra akka waan waraanamaniitti hanqina nyaataatiin dirree keessatti dhuman irra

      Warra goraadeedhaan duʼan wayya.+

  • Hisqiʼel 5:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “‘Ani isaan balleessuuf, xiyya beelaa isa duʼa geessisu isaanitti nan erga. Xiyyi ani isinitti ergu sun isin onsa.+ Karaa nyaata ittiin argattan cufuudhaan* beelichi caalaatti akka isinitti hammaatu nan godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi