Ermiyaas 29:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Kunoo, ani goraadee, beelaa fi golfaa* isaanitti nan erga;+ akkasumas akkuma harbuu baayʼee tortoruu* isaatiin kan kaʼe nyaatamuu hin dandeenyee akka taʼan nan godha.”’+ Ermiyaas 38:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Yihowaan akkana jedha: ‘Namni magaalaa kana keessatti hafu goraadeedhaan, beelaa fi golfaadhaan* ni duʼa.+ Namni Kaladootatti harka kennu* garuu lubbuudhaan jiraachuu isaa itti fufa; lubbuun isaa akka boojuutti isaaf ni hafa,* innis ni jiraata.’+
17 ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Kunoo, ani goraadee, beelaa fi golfaa* isaanitti nan erga;+ akkasumas akkuma harbuu baayʼee tortoruu* isaatiin kan kaʼe nyaatamuu hin dandeenyee akka taʼan nan godha.”’+
2 “Yihowaan akkana jedha: ‘Namni magaalaa kana keessatti hafu goraadeedhaan, beelaa fi golfaadhaan* ni duʼa.+ Namni Kaladootatti harka kennu* garuu lubbuudhaan jiraachuu isaa itti fufa; lubbuun isaa akka boojuutti isaaf ni hafa,* innis ni jiraata.’+