- 
	                        
            
            Ermiyaas 24:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Guuboon inni tokko firiiwwan harbuu baayʼee gaggaarii akka firiiwwan harbuu warra jalqaba bilchaatanii taʼan kan qabate ture; guuboon inni kan biraan garuu firiiwwan harbuu baayʼee mancaʼan, akka malee mancaʼuu isaaniitiin kan kaʼes nyaatamuu hin dandeenye kan qabate ture.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 24:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 “‘Haa taʼu malee, firiiwwan harbuu mancaʼan, akka malee mancaʼuu isaaniitiin kan kaʼes nyaatamuu hin dandeenye+ sana ilaalchisee Yihowaan akkana jedha: “Ani Zedeeqiyaa+ mootii Yihudaa, bulchitoota isaa, namoota Yerusaalem warra biyya kana keessatti hafanii fi warra biyya Gibxii keessa jiraatan akkuma kanaatti nan ilaala.+
 
 -