Ermiyaas 44:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Dubbiin Yihudoota biyya Gibxii+ keessa, jechuunis Migdool,+ Xaafnes,+ Noofii*+ fi biyya Phaatros+ keessa jiraatan hundumaa ilaalchisee gara Ermiyaas dhufe kana dha: Ermiyaas 46:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Dubbiin Yihowaan Nebukadnezaar* mootiin Baabilon biyya Gibxii rukutuuf akka dhufu Ermiyaas raajichatti dubbate isa kana:+
44 Dubbiin Yihudoota biyya Gibxii+ keessa, jechuunis Migdool,+ Xaafnes,+ Noofii*+ fi biyya Phaatros+ keessa jiraatan hundumaa ilaalchisee gara Ermiyaas dhufe kana dha:
13 Dubbiin Yihowaan Nebukadnezaar* mootiin Baabilon biyya Gibxii rukutuuf akka dhufu Ermiyaas raajichatti dubbate isa kana:+