Ermiyaas 29:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Kunoo, ani goraadee, beelaa fi golfaa* isaanitti nan erga;+ akkasumas akkuma harbuu baayʼee tortoruu* isaatiin kan kaʼe nyaatamuu hin dandeenyee akka taʼan nan godha.”’+
17 ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Kunoo, ani goraadee, beelaa fi golfaa* isaanitti nan erga;+ akkasumas akkuma harbuu baayʼee tortoruu* isaatiin kan kaʼe nyaatamuu hin dandeenyee akka taʼan nan godha.”’+