LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faaruu Ermiyaas 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sabni ishii hundi aadaa jiru; isaan nyaata barbaaddachaa jiru.+

      Isaan lubbuudhaan jiraachuuf* qofa, wanta nyaatamu argachuuf qabeenya isaanii isa gatii guddaa qabu kennaniiru.

      Yaa Yihowaa, kunoo, ani akka dubartii* gatii hin qabnee taʼuu koo ilaali.

  • Faaruu Ermiyaas 2:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ijji koo imimmaan dhangalaasuu irraa kan kaʼe dadhabeera.+

      Marʼimaan* koo ni raafama.

      Kufaatii intala* saba kootiitiin kan kaʼe,+

      Ijoolleenii fi daaʼimman addabaabayii magaalittii keessatti of wallaalanii kufuu isaaniitiin kan kaʼes+ garaan koo cabeera.*

      ל [Laamed]

      12 Isaan akka nama addabaabayii magaalattii keessatti madaaʼeetti yommuu of wallaalanii kukkufanitti,

      Harka haadhotii isaanii irratti yommuu duʼuuf jedhanitti,

      Irra deddeebiʼanii, “Midhaanii fi daadhiin wayinii eessa jira?” jedhanii haadhotii isaanii gaafatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi