-
Keessa Deebii 28:51Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
51 Isaan hamma ati haxaaʼamtee baddutti ilmoolee horii keetii fi firii lafa keetii ni nyaatu. Isaan hamma si balleessanitti, midhaan, daadhii wayinii yookiin zayitii haaraa, jabbii yookiin ilmoo hoolaa tokko illee siif hin hambisan.+
-
-
Isaayyaas 3:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Kunoo, Gooftaa dhugaan, Yihowaan Gooftaan Raayyaa,
Yerusaalemii fi Yihudaa keessaa gargaarsa akaakuu hundumaa,
Nyaataa fi bishaan hundumaa ni balleessa;+
-