-
Ermiyaas 38:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “Yaa gooftaa koo yaa mootii, namoonni kun Ermiyaas raajicha irratti jalʼina raawwataniiru! Boolla bishaanii keessa isa buusaniiru; magaalattii keessa daabboon hafe waan hin jirreef, inni achitti beelaan ni duʼa.”+
-
-
Faaruu Ermiyaas 2:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Isaan akka nama addabaabayii magaalattii keessatti madaaʼeetti yommuu of wallaalanii kukkufanitti,
Harka haadhotii isaanii irratti yommuu duʼuuf jedhanitti,
Irra deddeebiʼanii, “Midhaanii fi daadhiin wayinii eessa jira?” jedhanii haadhotii isaanii gaafatu.+
-