20 ‘Bara dheeraa dura waanjoo kee nan caccabse,+
Funcaawwan kees nan kukkute.
Ati garuu, “Ani hin tajaajilu” jetteetta,
Dhuguma iyyuu ati tabba ol kaʼaa hundumaa irrattii fi muka lalisaa hundumaa jalatti+
Dugda keetiin ciistee sagaagalummaa raawwatteetta.+