LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 14:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yihudaan wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni hojjete;+ cubbuu hojjetaniinis isa abbootiin isaanii godhan caalaa isa ni dheekkamsiisan.+ 23 Isaanis tabbawwan dhedheeroo hunda irrattii fi muka lalisaa+ hunda jalatti iddoowwan ol kaʼoo,+ siidaawwan waaqeffannaa fi utubaawwan waaqeffannaa*+ ofii isaaniitiif ni hojjetan.

  • Hisqiʼel 6:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo taʼan gidduutti, naannoo iddoowwan aarsaa isaaniitti,+ tabba ol kaʼaa hundumaa fi fiixee gaarota hundumaa irratti, muka lalisaa hundumaa jalatti, akkasumas dameewwan mukeetii guguddoo warra waaqolii isaanii warra balfamoo taʼan hundumaa gammachiisuuf aarsaawwan urgaaʼan* itti dhiheessan+ jalatti yommuu reeffi isaanii kukkufu, isin ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubattu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi