LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 10:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Gara waaqolii filattan sanaa dhaqaatii gargaarsaaf isaanitti iyyadhaa.+ Yeroo dhiphina keessaniitti isaan isin haa oolchan.”+

  • Isaayyaas 42:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Warri fakkiiwwan bocamanitti amanaman,

      Warri siidaawwan sibiilaatiin,* “Isin waaqolii keenya” jedhan,

      Duubatti ni deebiʼu, guutummaattis ni salphatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi