Baʼuu 14:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis maleekaan Waaqa dhugaa+ inni buufata Israaʼel dura deemaa ture sun achii kaʼee gara duuba isaanii dhaqe; utubaan duumessichaa inni isaan dura ture sunis gara duubaa deemee isaan duuba dhaabbate.+ Isaayyaas 52:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaan isin dura waan deemuuf,+Waaqni Israaʼel duuba keessaniin waan isin eeguufis,+Naasuudhaan achii hin deemtan,Baqachuunis isin hin barbaachisu.
19 Achiis maleekaan Waaqa dhugaa+ inni buufata Israaʼel dura deemaa ture sun achii kaʼee gara duuba isaanii dhaqe; utubaan duumessichaa inni isaan dura ture sunis gara duubaa deemee isaan duuba dhaabbate.+
12 Yihowaan isin dura waan deemuuf,+Waaqni Israaʼel duuba keessaniin waan isin eeguufis,+Naasuudhaan achii hin deemtan,Baqachuunis isin hin barbaachisu.